Logo Paypal Bckgrnd 3

Duguuggaa sanyii Oromoo Lixa Oromiyaa irratti, Mootummaan Xoophiyaa waraana lafoofi xiyyaraan raawwachaa jiru balaaleffachuun, hiriira mormii Kamisa dheengaddaa (Amajji 9, 2020) yuunbarsitiilee garaa-garaa keessatti adeemsifamaa ooleen wal-qabatee, barattoota Oromoo baay'inaan 200 ol ta'an, kanneen Yuunbarsitii Haramaayaa'rraa qabamanii, Qajeelcha Poolisii Ona Haramaayaatti hidhaamanii turan keessaa, barattoonni 89 halkan edaa konkolaataa lakkoofsi gabatee isaa hin beekamnetti fe'amuun, Magaalaa Finfinneetti darbamanii jiru. Guutuu odeeffannoo kanaa viidiyoo armaan gadiirraa argattu.

Leave your comments

Post comment as a guest

0
  • No comments found